Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/21/01.txt

1 line
486 B
Plaintext

\c 21 \v 1 Wantoota kanaan booda Iyyasuus ammas galaana Xibriiyaadoos biratti hordoftoota isaatti muldhate, haalli inni itti of-muldhises akkana ture. \v 2 Pheexiroos, Toomaas inni Didiimoos jedhamu, Naatinaa'eel inni nama Qaana Galiilaa, ijoolleen Zabdiyoositti fi hordoftootni biroi lama wal-bira turan. \v 3 Pheexiroosis 'ani qurxummi kiyyesuufin deema' isaaniin jedhe, isaanis 'nutis si waliin deemna' jedhaniin. Isaanis deemanii bidiruu keessa seenan halkan guutuus homa hin qabne.