Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/19/38.txt

1 line
375 B
Plaintext

\v 38 Kana boodas Yooseef namni Armaatiyaa (inni sababa Yihuudota sodaateef dhoksaan hordofaa Iyyasuus ture sun) reenfa isaa akka fudhatuuf Philaaxoos gaafate Philaaxoosis eyyamnaaniif deemee fudhate. \v 39 Niqoodimoos inni kanaan dura halkaniin gara Iyyasuus dhufee tures wal -makaa karbee (qumbii) fi hadhaa (argeessa) gara kiloo graami soddomii afurii ta'u fudhatee dhufe