Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/19/34.txt

1 line
266 B
Plaintext

\v 34 Loltoota sana keesaa inni tokko eeboo dhaan cinaacha isaa waraane yeroodhuma sana dhigni fi bishaan ba'e. \v 35 Namni inni waan kana arges dhugaa ba'eera, dhugaa ba'insi isaas dhugaadha, innis akka dhugaa dubbatni beeja, inni bakka isin amantaniif dhugaa ba'a.