Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/19/31.txt

1 line
480 B
Plaintext

\v 31 Guyyaan sun sababa guyyaa qophii ta'eefi kanaafuu imoo guyyaa sanbataa Iyyasuus reenfa isaa fannoo irraa buusuun hi danda'amneef (sanbatni sun aadatti barbaachisaa ture.) Warri Yihuudotaa akka milli isaanii caccabee fannoo irraa gad-buufamuuf Philaaxiosin gaafatan. \v 32 Kanaafuu looltootni deemanii mila nawa isa jalqaabaa fi miila nawa isa kaanis ka isa waliin fanniifaman cacabsan. \v 33 Yammuu garanIyyasuus dhufan garuu inni du'ee waan arganiif miila isaa hin cabsine.