Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/19/28.txt

1 line
405 B
Plaintext

\v 28 Kanaan booddee Iyyasuus akka waanti hundumtuu raawwate beekee dubbiin kitaabaa akkka raawwatamuuf "dheebodhe" jedhe. \v 29 daadhii dhangaggaa'aadhan guutame tokko achi dhabate ture, isaanis daadhii sana keessa Ispoonjii cuuphanii fiixee ispoonjiitiin gara afaan isaatti qaban. \v 30 Iyyasuusi erga dhugaatii dhangaggaa'a sana fudhateen booda raawwate' jedhe. mataa isaa ga- labsee lubbuu isaa kenne.