Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/19/25.txt

1 line
440 B
Plaintext

\v 25 Fannoo Iyyasuus bira haatii, isaa indootoon (obboleettiin haadha isaa) Maariyaam haati manaa Qaliyophaa fi Maariyaam Magdalaa dhaabatanii turan. \v 26 Iyyasuusis yammuu haadha isaafi hordofaa isa inni jaalatu sun otoo haadha isaa bukkee (cinaa) dhaabachaa jiru ilaaleeti haadhaan 'yaa dubartii; kunoo ilmi kee' jedhe. \v 27 Hordoofaa sanaanis 'kunoo haadha kee' jedhe hordofichis yeroo sanarraa kaasee gara mana isaatti ishii fudhate.