Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/19/23.txt

1 line
467 B
Plaintext

\v 23 Erga loltootni Iyyasuus fannisanii booda uffata (huccuu) isaa bakka afuritti tarsaasuudhaan bakka afuritti qoodanii tokko tokko hiraatan, kittaa isaas akkasuma godhan. Kitaan sunis kan hin hodhamne olii irraa hanga jalaatti tokko ture. \v 24 Akkasumas isaan 'Hin taraaafnuj, koottaa akka kan eenyuu ta'u carraa buufnee haa ilaallu malee' waliin jedhan. Kunis dubbiin kitaabaa kan, "Isaan uffata (huccuu) koo ofuma isaanitii hiratan Carraas itti buufatan" jedhe