Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/19/17.txt

1 line
263 B
Plaintext

\v 17 Isaanis Iyyasuus fuudhan, inni fannoo ofii isaa baadhatee bakka 'buqee mata afaan Armaayikootaatiin 'Golgootaa' jedhamuttu, ol-bahe. \v 18 Isaanis achitti Iyasuus fannisuuf, isa waliin namoota biroo lama bitaa fi mirgaan Iyyasuus walakaa isaanitti fannisan.