Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/19/14.txt

1 line
461 B
Plaintext

\v 14 Guyyaan sunii guyyaa qophii torban faasigaa ture yeroon sunis naannoo sa'aatii ja'aa ture. Philaaxoosiis yihuudotaan 'mootiin keessan kunnootti'jedheen. \v 15 Garuu isaan moo 'dhabamsiis! dhabamsiis! isa fannisi! jechuun iyyan. Philaaxoosis 'mootii keessan haa fannisu ree?' jedhee gaafate. Luboonni hangafoonnis 'nuti Qeesaar malee mootii biraa hin qabnu' jedhanii deebisaniif. \v 16 Kanaaf Philaaxoos akka inni fannifamuuf dabarsee isaanitti isa kenne.