Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/19/12.txt

1 line
364 B
Plaintext

\v 12 Philaaxoosis yeroo sanaa jalqabee Iyyasuus gad-dhiisuu barbaada ture; Yihuudonni garu 'ati yoo nama kana kad-dhiifte jaalallee (michuu) Qeessariiti miti namni mootii of-godhu hundi inni Qeessariin morma' jedhuun iyyan. \v 13 Philaaxoosiis yammuu dubbi 'paavament 'dhagaa buufamaa)' kan afaan Armaayikootaatiin 'gabataa' jedhamutti barcuuma murtii irra taa'e.