Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/19/07.txt

1 line
350 B
Plaintext

\v 7 Yihuudonnis deebisanii 'nu seera qabna namni kun waan Ilma Waaqayyoo of godheef akka seera keenyaatti du'uu qaba' jedhaniin. \v 8 Philaaxoosis 'yammuu dubbii kana dhaga'uu irra caala sodate. \v 9 Innis biroo ol-aanaa bulchiinsa mootummaatti ol deebi'ee 'ati eessaa dhuftee?'jedheen Iyyasuus gaafate. Iyyasuus garu deebii tokkollee hin kennineef.