|
\c 19 \v 1 Philaaxiosis Iyyasuusiin ofitti fudhatee garfsiise, \v 2 loltootnis gonfoo qoraattii Miciiranii mataa isaa irra kaa'an. Isaanis uffata huccuu diima (dhilgee) isatti uffisanii. \v 3 Akkami yaa Mootii Yuhuudaotaa' jechaa gara isatti dedeebi'aa turan isas ni kabalan. |