Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/18/38.txt

1 line
460 B
Plaintext

\v 38 Philaaxoosis 'dhugaan maali dha inni?' jedheen. Iniis erga kana dubbatee booddee ammas Yihuudotatti gadi ba'ee akkana isaaniin jedheen 'Ani ballessaa tokkollee isa irrati hin arginne. \v 39 Garu isin akkan ani yeroo Faasigaatti nama tokko mana hidhatii isinii gad-ldhiisu aadaa godhattaniirtu. Kanaaf akkan ani 'Mootii Yihuudotaa isinii gad-dhiisuu barbaadduu?' \v 40 Isaanis Iyyudhaan 'lakki, Barbaan malee isaadhaa miti' jedhan. Barbaanis saamtuu ture.