Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/18/25.txt

1 line
401 B
Plaintext

\v 25 Simi'oon Pheexiroos otoo dhaabatee ibida hoo'ifachaa jiruu 'atis hordofaa nama kanaa keessaa isa tokkodhaa?' jedhaniin. Innis 'ani miti' jedheen gane. \v 26 (hojatoota) luba ol-aanaa keessaa firri namicha isa Pheexiroos gurra isaa irraa kute sanaa tokko, 'ani bakka ashaakiltiitti isa waliin si hin arginee? jechuun gaafate. \v 27 ammas ni gane; yeroodhuma sanas kormaan lukku (handanqoo) iyyee.