Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/18/22.txt

1 line
346 B
Plaintext

\v 22 ammuu Iyyasuus kana jedhu qondaaltoota achi dhaabatan keessaa tokko 'luba ol-aanaa dhaaf akkanatti deebiftaa' jedhee isa kabalee. \v 23 Iyyasuusis 'yoo dhan ani dogorgora dubbadhee jiraadhee dogorgora sanaa dhugaa ba'i, jedhee isaaf deebise. \v 24 Haannaanis akkana Iyyasuus hidhamee jirutti gara luba ol-aanaa, gara Qayyaaffaatti isa erge.