Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/18/19.txt

1 line
480 B
Plaintext

\v 19 Yammuu sanas lubni ol-aanaan waa'ee hordooftootaa fi waa'ee baruumsa isaa Iyyasuus gaafate. \v 20 Iyyasuusis akkana jedheen deebiseef 'ani ifatti baasee addunyaatti dubbadheera, bakka Ayyihuudootni hundi walitti qabamanitti, mana sagadaattifi mana qulqullummaa keessaatti yeroo hunda barsiisaan ture, ani waantin dhooksaatti dubbadhe tokkollee hin jiru. \v 21 Ati maaliif ana gaafatta? Warreen waanin ani isaaniin jedhe dhaga'an gaafadhuu, isaan waanin ani jedhe ni beeku.'