Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/18/17.txt

1 line
346 B
Plaintext

\v 17 Dubartiin, ishiin balbal aeegdu sunis Pheexiroosin 'ati hordofaa nama kanaa keessa isa tokko dha miti?' jette. Innis deebisee 'ani isa miti' jedheen. \v 18 18Yeroon isaa yeroo qorraa waan tureef garboonni (hojjatootni) fi qondaaltootni ibida (cilee) qabsiisanii dhabbatanii ho'ifatu turan, Pheexiroosis isaan waliin dhabbatee ho'ifata ture.