Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/18/15.txt

1 line
435 B
Plaintext

\v 15 Simi'oon Pheexiroosis Iyyasuus hordofe, hordoftoota keessayyisbinni tokkos ni horrdofe, hordofaan sunis waan luba ol-aanaa biratti beekamaa tureef. Innis Iyyasuus waliin gara dalla bakka murii lubba ol-aanaa keessa seene. \v 16 Pheexiroos garuu ala balbala irra dhaabachaa ture. Hordifaan luba ol-aanaa sana garuu sana biratti beekamaa ture sunis gad-ba'ee balbala eegduutti himee Pheexiroosii gara keessatti fide. ho'ifata ture.