Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/18/12.txt

1 line
295 B
Plaintext

\v 12 Gareen loltootaa ajajootafi qondaaltootni Yihuudootaa Iyyasuus qabuun hidhan. \v 13 duraan dursanii gara Haannaa isa amaatii Qayyaffaa isa luba ol-aanaa bara sanaa ta'etti isa geessan. \v 14 Qayyaaffan, nama isa Yihuudootaan 'namni tokko ummata hundaaf du'uu wayya'j jedhee goraa kenneedha