Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/18/10.txt

1 line
323 B
Plaintext

\v 10 Pheexiroos, inni guraadee qabatee ture, guraadee isaa luqqifatee garbicha (hojjata)lubba ol-aanaa kan ta'erra gurra isaa isa mirgaa dha'uun irraa kute; maqaan garbichichaa (hojjatichaa) Maalkoos ture. \v 11 yyasuusis Pheexiroosiin "guraadee kee deebifadhu, ani xuwwaa isa Abbaan anaaf kenne dhuguu hin qabuu' jedheen.