Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/17/24.txt

1 line
217 B
Plaintext

\v 24 Yaa Abbaa akka isaan ati naaf kennite kun bakkan ani jiru ana waliin akka jiraataniifi akka isaan ulfina koo isa ati otoo addunyaan hin uumamii iin dura sababa na jaalatteef naa kennitte akka argan nan barbaada.