Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/17/22.txt

1 line
287 B
Plaintext

\v 22 Akkum nuti tokko taane isaanis akka tokko ta'aniif ulfina ati anaaf kennite sana anis isaaniif kenneera. \v 23 Ani isaan keessa, atis na keessa, kunis akka isaan gara tokkummaa guutuuttii fiduufi kunis akka ati na ergiteefi na jaalatta akka isaanis jaalatte akka addunyaan beekuuf.