Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/17/20.txt

1 line
270 B
Plaintext

\v 20 Ani isaan kana qofaaf si hin kadhaadhu,warra isaan dubbii isaaniitiin nat amananiifis maleen. \v 21 yaa Abbaa, akkuma ati ana keessa jirtu, fi anis si keessa jiru, akkasuma isaanis nu keessa haa ta'an, tokko haa taa'anis. Kunis ati na erguu kee addunyaan ni amanu.