Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/17/18.txt

1 line
184 B
Plaintext

\v 18 Akkuma ati gara addunyaatti na ergiitettin anis gara addunyaatti isaan erga. \v 19 Isaaniif jechan ani ofi qulqulleessa. Kanaafuu akkanumattin isaanis dhugaadhaan ofqulqulleessu.