Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/17/15.txt

2 lines
263 B
Plaintext

\v 15 Ani akka ati isaan isa hamaa sana irraa isaan eegduuf malee akka ati addunyaa keessa isaan baaftuf si hin gaafadhu.
\v 16 Akkuma ani kan addunyaa hin taane akkasuma isaanis kan addunyaatii miti. \v 17 Dhugaadhaan isaan qulqullessi, dubbiin kee dhugaa dha.