Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/17/12.txt

1 line
479 B
Plaintext

\v 12 Yeroon ani isaan waliin jiruuyyu maqaa kee isa naa kennite sanaan isaan marsee eegeera, Akka dubbiin kitaaba keessatti barreefame raawwatamuuf ilma badii sana malee isaan keessa namni tokkollee hin badne. \v 13 Amma ani gara keen dhufa, garuu gammachuun koo akka isaan keessatti guutuu ta'uuf waantoota kana addunyaa keessattin dubbadha. \v 14 Ani dubbii kee isaaniif kennera, akkuman ani kan addunyaa hin taane isaanis kan addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan jibben.