Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/17/09.txt

1 line
449 B
Plaintext

\v 9 Ani isaaniif nan kadhadha. Addunyaadhaaf hin kadhadhu, waan kan kee ta'aniif isaan ati naa kenniteef malee. \v 10 Waantii kan koo ta'e hunduu keetii dha, kan kees kooti, anis kanaan ulfinan argadha. \v 11 Ani kanaan booda addunyaarra hin jiraadhu, uumanni kun garuu addunyaa irra jiraatu, ani gara kee nan dhufa. Yaa Abbaa Qulqulluu akkuma nut tokko taane kana akkasumtti isaanis akka tokko ta'aniif maqaa kee isa ana kennite sanaan isaan eegi.