Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/17/06.txt

1 line
392 B
Plaintext

\v 6 Ani ummata isaan ati addunyaa irraa anatti kenniteef maqaa kee muldiseera. \v 7 Isaanis kan kee turan, atimmoo isaan natti kennite; isaanis dubbii kee eeganiiru. Isaanis waantii ati natti kennite hundumtuu akka sibiraa dhufe amma beekaniiru. \v 8 ati naa kennite, ani isaaniif kennera, isaanis fudhataniiru. Akkan ani si biraa dhufes dhugumaan beekaniiru, akka ati na ergites amananiiru.