1 line
358 B
Plaintext
1 line
358 B
Plaintext
\v 3 Jireenyi barbaraas isa kana. Innis isaan si Waaqa dhugaa qaffatiifi Iyasuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuudha. \v 4 Ani addunyaa kana irratinsi Ulfeesseera. Hojii isa ati akkan ani hojjadhuuf naa kennitte sana raawwadheera. \v 5 Egaa yaa Abbaa amma ati Ulfinan ani otoo addunyaan hin uumamiiniin dura si biratti qabu sanaan of-biratti na ulfeessi. |