Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/17/01.txt

1 line
306 B
Plaintext

\c 17 \v 1 Iyyasuus erga waantoota kanneen jedhee booda, ija isaa gara samitti ol-kaasee akkanas jedhe 'Abbaa sa'atiin ga'eera, akkuma Ilmi si Ulfeesse Atis Ilm kee Ulfeessi. \v 2 Akkuma ati nama hunda irratti aangoo isaaf kenniteef sana, innis namoota hunda ati isaaf kenniteef jireenya barabaraa kennera.