Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/16/26.txt

1 line
301 B
Plaintext

\v 26 sana isin maqaa kootiin ni kadhattu anis isinif Abbaa gaafadha isinin hin jenne. \v 27 Isin waan na jaalattaniif Abbaa biraa dhufuu koos waan amantaniif Abbaan ofiin isaa isin jaalata. \v 28 Ani Abbaa biraa dhufeera, ammas deebise gara addunyaa nan dhufa. Addunyaa dhiseen gara Abbaa nan deema.