Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/16/19.txt

1 line
404 B
Plaintext

\v 19 Iyyasuus akka isaan isa gaafachuu barbaadan beekee akkana jedheen 'waantin ani isin yeroo gabaabaaf ana hin argitan, yeroo gabaabaan booda immo na argitu jedhe kana maal jedhuu koo akka ta'e wal-gaafachaa jirtuu?' \v 20 'Dhugaa, dhugaa isiniin jedha isin ni boochuu, ni gaddituus. \v 21 Addunyaa garuu ni gamada, Isin akka malee gadditu, haa ta'u garuu gaddi keessan gara gammachuutti ni jijjirama.