Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/16/17.txt

1 line
329 B
Plaintext

\v 17 Kanaafuu hordoftoota isaa keessaa muraasin 'Isin yeroo gabaabaaf na hin argitan, yeroo gabaabaan booda immoo na argitus sababan ani gara Abbaa deemuuf jechuun isaa maal jechuu isaati? Waliin jedhan. \v 18 Kanaafuu isaanis 'yeroo gabaabaa jechuun isaa kun maal jechuu dha? Maal jechuu isaa akka ta'e nuti hin beeknu' jedhan.