Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/16/12.txt

1 line
361 B
Plaintext

\v 12 ammallee waantiin isinitti himu baay'een qaba, isin garuu amma baachuu hin dandeessan. \v 13 Garuu inni, Hafuurri dhugaa yammuu dhufu, inni gara dhugaa hundatti isin qajeelcha, inni waan dhaga'ee hunda hima malee ofuma isaatiin hin dubbatu, waan dhufuuf jitu isinitti hima. \v 14 Sababa inni waanuma koo anarraa fudhee waan isinitti himu inni na ulfeessa.