Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/15/26.txt

1 line
217 B
Plaintext

\v 26 Yammuu jajjabeessaan innis Hafuura dhugaa innin ani Abbaa biraa isinii ergu inni Abbaa keessaa ba'u dhufu sun inni waaye koo ni dhugaa ba'a. \v 27 Isin jalqaba kaaftanii waan ana waliin turtaniif ni dhugaa baatu