Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/15/20.txt

1 line
449 B
Plaintext

\v 20 Dubbun ani 'hojjataan (garbichi) gooftaa isaa hin caaluu isainiin jedhe sana yaadadha.' Isaan erga ofirraa na ariyatani, isinis akkasuma ni ariyatu, dubbii koo yoo eegan, akkasuma keessanis ni eegu. \v 21 sababa isa na erge sana hin beekneef maqaa kootiif jedhanii waan kana hunda isin irratti raawwatu. \v 22 Otoon ani dhufee isaanitti himuu baadhee cubbuu isaanitti hin ta'u ture, amma garuu cubbuu isaaniitiif sababa dhiyeeffatan hin qaban.