Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/15/18.txt

1 line
285 B
Plaintext

\v 18 Addunyaan yoo isin jibbe, otoo isin hin jibbiiniin dura akka na jibbe beekaa. \v 19 otoo kan addunyaa taatanii addunyaan akka kan ofii isaatti isin jaalata ture, garuu amma isin kan addunyaa waan hintaaneefi sababan ani addunyaa keessa isin filadheef kanaafuu addunyaa isin jiba.