Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/15/10.txt

1 line
265 B
Plaintext

\v 10 ani ajaja Abbaa kootii eegee jaalala isaa keessa jiraadhu, isinis yoo ajaja koo eegdan jaalala koo keessa ni jiraattu. \v 11 waantota kannen isinitti himeera, kunis immoo akka gammachuun koo isin keessa jiraatuufi gammachuun keessanis akka guutuu ta'uufi dha.