Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/14/25.txt

1 line
387 B
Plaintext

\v 25 Ani otuman isin waliin jiru wantoota kana hunda isinitti hime. \v 26 Jajjabeesan sun -Hafuura Qulqulluu isa Abbaan maqaa kootiin erguu dha, inni waan hunda isin barsiisa, waaniin ani isinitti hime hundumaas isin yaadachiisa. \v 27 Ani nagaan isiniif dhiise, nagaa koo kaniin ani isiniif kennu nagaa kan akka addunyaan kennituuti miti. Onneen keessan hin raafamiin hin sodaatiinis.'