Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/14/18.txt

1 line
327 B
Plaintext

\v 18 Ani akka ijoollee Abbaa fi Haadha hin qabneetti isin hin dhiisu, gara keessan nan dhufa. \v 19 gabaabaan booda addunyaan deebi'ee ana hin argu, isiin garuu na argitu, sababan ani jiraadhuf isinis ni jiraatu. \v 20 ani Abbaa koo keessa jiru, akka isinis na keessa jirtan, akkan anis isin keessa jiru guyyaa sana ni beektu.