Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/36.txt

1 line
476 B
Plaintext

\v 36 Simi'oon Pheexiroosis 'yaa Gooftaa ati eessa deemtaa?' jedhee isa gaafate. Iyyasuusis 'Bakka ani amma deemuuf jedhuu ati ana waliin dhufuu hin dandeessu, booddee garuu na hordofta' jedheen. \v 37 Pheexiroosis 'yaa Gooftaa ani amma maaliifin si hordofuu hin dandeenye? Ani lubbuu koollee dabarseen si kenna' jedheen. \v 38 Iyyasuus 'Lubbu kee dabarsitee naaf kennitaa? Dhugaa, dhugaa sitti hima otoo kormaan hndaaqoo (lukkuu) hin iyyiin ati yeroo sadii na ganta' jedheen.