Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/31.txt

1 line
408 B
Plaintext

\v 31 Erga Yihuudaan ba'ee booda, Iyyasuus akkana jedhe 'Amma Ilmi Namaa Ulfaateera, Waaqayyoo sisa irratti ulfaateera.' \v 32 Waaqayyoo isa irrati yoo ulfaata inni ofuma isaatiin isa ulfeessa, ennasumasbisa ulfeessa. \v 33 Yaa daa'imman, ani yeroo gabaabaaf isin waliiniin ta'a, isin na barbaadu, ani akkuma Yihuudotaan jedhe bakka ani dhaqu isun dhufuu hin dandeessan jedheen sana amma immoo isiniin jedha.