Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/23.txt

1 line
307 B
Plaintext

\v 23 Hordoftoota isaa keessaa, inni Iyyyasuus jaalatu tokko minjaalicha irra bokko (cinaa) Iyyasuus ta'ee ture. \v 24 Simi'oon pheexiroosis isaan 'mee eenyuu jechuu isaa akka ta'e gaafadhu' gaafadhu jedheen nyaaraan itti hime. \v 25 Kanaafuu innis Iyyasuusitti hirkachuun 'yaa Gooftaa eenyu inni' jedheen.