Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/19.txt

1 line
250 B
Plaintext

\v 19 Isin yammuu inni raawwatamutti akka 'Inni Ana ta'e akka amantaniif otoo inni hin raawwatamiin amma isinittin hima. \v 20 Dhugaa, dhugaa isiniin jedha, kan naman ani erge siimatu eenyumtuu na simata, kan simatu enyumtuus isa na erges ni simata.'