Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/12.txt

1 line
466 B
Plaintext

\v 12 Iyyasuus akkuma miila isaanii dhiqeen booda uffata isaa ufatee bakka isaatti deebi'ee taa'e, akkanas jedheen 'Waan ani isniif godhe hubbatu?' jedheen. \v 13 Isin Barsiisaa fi Gooftaa jettanii na waamtu sirriidhuma jettan, ani isum isin naan jettan sanaadha. \v 14 Egaa ergan ani Gooftaa fi Barsiisaa ta'e miila keessan dhiqee, isinis akkasuma miila waliin dhiquu qabdu. \v 15 Akkuman ani isiniif godhe kana isinis akka gootaniif ani fakkeenya isiniif kenneera.