Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/10.txt

1 line
230 B
Plaintext

\v 10 Iyyasuusis 'namni nafa isaa dhiqate tokko miila isaa qofa dhiqachuu qaba nafti isaa guutuun qulqulluudha.' jedheen. \v 11 eenyu dabarsee akka isa kennu waan beekuuf, sababa kanaaf 'isin hundi keessan qulqulluu miti jedheen.'