Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/13/03.txt

1 line
378 B
Plaintext

\v 4 3Iyyasuus akka Abbaan waan hunda harka isaatti dabarsee kenne, akka Waaqayyoo biraa dhufeefi akka gara Waaqayyootti deebi'us beeka ture. \v 3 Irbaata irraa ka'ee uffata isa irratti uffatamu ofirraa fuudhe lafa kaa'e. Akkasuma fooxaa mundhiitti hidhata. \v 5 Eegasii bishaan gabateetti naqatee miila hordftoota isaa dhiquufi fooxaa mundhiitti hidhate sanaa haxaa'uh jalqabe.