\v 37 Iyyasuus isaan fuulduratti mallattoolee baay'ee hoojjatullee, ammas isaan isatti hin amanne. \v 38 Kanaafuu dubbiin Isaayaas Raajicha, inni '"Yaa Gooftaa dhugaa ba'iinsa keenya eenyutuu amane? Irreen Gooftaas eenyuutti muldhate?"