Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/12/25.txt

1 line
316 B
Plaintext

\v 25 Namni inni lubbuu isaa jaalatu ni dhaba, inni addunyaa kana keessatti lubbuu isaa inni jibbu garuu jireenya barbaraatiif lubbuu isaa kaawwata. \v 26 Namni na tajaajilu barbaadu kamiyyuu, inni ana haa hordofu, bakkan ani jiru kan na tajaajiluus ni jiraata, nama na tajaajilu kamiyyuu isa Abbaan koo ni ulfeessa.