Dawit-Dessie_gaz_jhn_text_reg/12/17.txt

1 line
319 B
Plaintext

\v 17 Hoomaan namootaas isa waliin turan akka inni awwaala keessaa Alaazaar waamee du'aa kaasee dhugaa ba'an. \v 18 Akkasumas hoomaan namootaa isa simachuu ba'aniifi sababa malattoolee kana inni gochuu dhaga'aniif. \v 19 Kanaafuu Fariisootni 'Isin akka waan gaarii tokkollee addunyaan isa duukaa bu'eera' waliin jedhan.